Xurree ittiin seenan

Breaking News

Siinqee fi Duula Waraanaa


Dubartoota siinqee qabatanii gara Irreechaa deeman, Bishooftuu, Oromiyaa, Onk. 4, 2020

Siinqeen waraana dubartiiti jedha Oromoo. Dubartonni sinqee qabachuun baanaan lola dhaabsiisu, rooba hamaa dhaabsisu. Sinqeen sirna Ateetee jedhamu dubartootni mirga isaani kan ittin kabajsiifatanis qabu.

Ministeeri Adaafi Turizimii Federaalaa kitaaba qorannaan deeggarame sinqee jedhu keessatti gahee dubartoonni Oromoo nagaa eegisisuu keessatti qaban ibsu maxxansiise jira.

Gaaffi fi Deebii Guutuu Caqasaa

Siinqee fi Duula Waraanaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:45 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG