Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirni Muuda Pireezdaantii Ameerikaa Ija Ummata Addunyaa Hawwatu Jimaata Dhufu Geggeeffama


Sirni Muuda Pireezdaantii Ameerikaa Ija Ummata Addunyaa Hawwatu Jimaata Dhufu Geggeeffama
Sirni Muuda Pireezdaantii Ameerikaa Ija Ummata Addunyaa Hawwatu Jimaata Dhufu Geggeeffama

Amajji 20 iftaanii, ummati Aduynaa millionaa hedduutti lakkaawamu osoo fooddaa Televisionaan ilaaluu sirna kakuu kongresaa Amerikaatti gaggeessannin Donaald Traamp Presidantii Amerikaa isaan 45ffaa ta'uuf jiru.

Eebbi presidantii Amerikaa mallattoo sirna aangoo walii dabarsuu akkasumas yeroo jijjirama politikaa biyaattii ta'ee fudhatama.

Gabaasaa Jim Malon ergeetu jiraa, Nigusuu Tamiretuu dhiheessaa, kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

Sirni Muuda Pireezdaantii Ameerikaa Ija Ummata Addunyaa Hawwatu Jimaata Dhufu Geggeeffama
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:21 0:00

XS
SM
MD
LG