Xurree ittiin seenan

Breaking News

Talaaliin Koviid-19 Ittisuu Hunduu Argachuu Qaba:Abuna Fraansiis


Weerarrii vaayrasii Koroonaa Xaaliyaanii keessatti mallattoo Foyya'iinsaa agarsiisuu didee xaaliyaanii keessatti hunduu cufaa kafa jiruutti Abuniin Kaatoliika Roomaa Poop Fraansiis ayyaana Faasikaa yeroo lammataaf kaleessa kabajanii jiru.

Talaaliin Koviid-19 ittisuu hunduu argachuu Qaba jedanii kunis biyyoota galiin isaanii gad aanaa ta'e keessa uummata jiraataniifis jedhan.

Addunyaa irratti nagaan akka bu'uuf biyyoota maqaa dhahaan keessaa Itiyoophiyaan tokko.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Talaaliin Koviid-19 Ittisuu Hunduu Argachuu Qaba:Abuna Fraansiis
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:48 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG