Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantonni Amerikaa fi Raashiyaa Walarganii Dubbatan


Prezidaantonni Amerikaa fi Raashiyaa Walarganii Dubbatan
Prezidaantonni Amerikaa fi Raashiyaa Walarganii Dubbatan

Prezidaantiin Yunaaytid Isteets Donaald Traamp har’a gita isaanii kan Raashiyaa Vlaadmir Putiin waliin dhimmootii addaa addaa irratti mari’achuu isaanii dubbatan.

Waan biyyoota lamaanif gaarii ta’e akka dhufuuf jiru nan arga jechuun fulaa fulatti itti dubbatan Traamp marii isaanii ituu hin jalaqabiin dura.

Mariin hogganoota lameenii kun walgahii Hamburg sana caalaa qalbii addunyaa hawatee jira.Prezidaantii Amerikaa duraanii Baaraak Obaamaa fi prezidaantii putiin gidduu hariiroo qabanaa’ee kan ture yoo ta’u Traamp garu hariiroo biyyoota lameeni nan foyyeesse jechaa turan.

XS
SM
MD
LG