Xurree ittiin seenan

Breaking News

UNHCR Baqattoota Afriikaa Jiran Gargaaruuf Tumsa Gaafataa Jira


Jaarmayaa Mootummootaatti Waajjirri Dhimma Baqataa UNHCR baqattoota Afriikaa jiran gargaaruuf maallaqi isa hanqannaan tumsa galii ittiin argatu jalqabuu beeksise.
Tumsa kanaanis dhaabbilee dhuunfaa Afriikaa keessa socho’an irratti ka xiyyeeffatee hojjetaa jiru yoo tahu, namootni dhunfaas akkaataa itti baqattoota Afriikaa ardicha keessa qubatanii jiran itti gargaaranis qindeessaa jira.

Tumsa maqaa ‘Luku Lukuu jedhuun qalqabe kana beeksisuuf Dilbata darbe Keniyaa Naayiroobiitti deemsi KM 10 gaggeeffameera; Galmoo Daawit dabalata isaa akka itti aanutti qopheesseera.

UNHCR Baqattoota Afriikaa Jiran Gargaaruuf Tumsa Gaafataa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:30 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG