Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tatamsa’inni Vaayirasii Koronaa Godina Addaa Oromiyaa Keessatti Heddummaate, Jedhama 


Tatamsa'inni Vaayirasii koroonaa Oromiyaa keessatti, keessaayyuu Godina Addaa Naannawa Finfineetti heddumaachaa dhufuu isaa Biroon Fayyaa Oromiyaa beekisise.

Tatamsa'inni vaayirasichaa mameen hidhaa naannoo Oromiyaa keessatti qofa namoota dhibba (100) ta’an irratti argamulleen himamee jira.

Kunis rakkon gubdan of dagachaa dhufuu irra kan madde ta'uu biiroo fayyaa Oromiyaatti qibdeessan garee qorannaa fi qo’annaa fayyaa Hawaasaa Obbo Birihaanu Qinaaxii VOAtti himanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Tatamsa’inni Vaayirasii Koronaa Godinaa Addaa Oromiyaa Keessatti Heddummaate, Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:52 0:00


XS
SM
MD
LG