Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa'een Bara Angoo Mootummaa Somaaliyaa Falmii Kaasisee Jira


Faayilii - Paarlaamaa Somalaiyaa

Kaleessa manneen-maree Somaaliyaa lameen waa’ee yeroo bulchiinsa prezidaant Abdullaahii Farmaajoo dheeressuu fi dhiisuu irratti wal-dura dhaabbachuun siyaasaa Somaaliyaa burjaajii keessa buuse.

Manni-maree gad-aanu yokaan kan bakka-buutoota uummataa akka yeroon bulchiinsa prezidaantichaa waggaa lamaaf dheeratu murteesse.

Manni-maree ol’aanu ammoo kun murtii heeraa alaa ti jechuun morme. Gabaasaa Guutuu Caqasaa.

Waa'een Bara Angoo Mootummaa Somaaliyaa Falmii Kaasisee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:33 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

XS
SM
MD
LG