Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walabummaan Preesii Afrikaa Bahaa Sadarkaa Maalii Irra Jira?


Guutummaa addunyaatti guyyaan walabummaa preesii Kamisa boorii ayyaaneffamee oola. Kana ilaalchisuun kanneen walga’an gurmuuleen mirga dhala-namaa, walabummaan preesii biyyoota Afrikaa Bahaa keessatti akka gad adeemaa jirutti akeekkachiisan.

Biyyoota akka Ertiraa, Sudaan, Jabutii fi Somaaliyaa keessatti yeroo hundaa walabummaan preesii isaanii Addunyaa irraa toora dhumaa irratti akka argamu ka dubbatan – famitoonni mirga dhala-namaa kun, “waggoota dhihoo dabran xiqqoo keessatti immoo, biyyoota akka Keeniyaa fi Taanzaaniyaa keessatti dabalatee – walabummaan preesii naannoo sanaa daranuu gad sigigaataa dhufe” jedhu.

XS
SM
MD
LG