Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walgahiin Qabeenya Uumamaa Kunuunsuu irratti Dubbatu Finfinnee Keessatti Gaggeeffame


NASA’s Chandra X-ray Observatory has captured many spectacular images of cosmic phenomena over its two decades of operations, but perhaps its most iconic is the supernova remnant Cassiopeia A.
NASA’s Chandra X-ray Observatory has captured many spectacular images of cosmic phenomena over its two decades of operations, but perhaps its most iconic is the supernova remnant Cassiopeia A.

Qabeenya Uumamaa Kunuunsuun Itti Gaafatama hawaasaa akka ta’e kan irratti ibsamee walgahiin kun waldaan kristaanaa Laalibalaa keessa jiran keessaa lama gara diigamuutti eega dhiyaatanii booda baasii qarshii miliyoona digdamaa oliin haroomfamuun ibsamee jira.

Muxannoo akkasii guutummaa biyyatti keessatti waliin ga’uuf maaltu ta’uu qaba? Ka jedhu qiyyaafata walgahii kanaa keessaa tokko ta’uun ibsamee jira. Walgahiin kun ituu hin jalqabamin dura ministriin dantaa alaa Yunaaytid Isteetes karaa jaarmayaa “World Monument Fund” jedhamuuf Doolaara kuma 500 kenneen waldootii kristaana Laalibalaa haaromsuuf akka oolu gochuuf dhaabatichaa fi ministeera eegumsaa fi kunuunsa qabeenyaa kan Itiyoophiyaa waliin walii galtee mallatteessanii jiru. Akeekii isaas qabeenya jiran dhaloota boriif tursuu akka ta’e ibsamee jira.

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG