Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Ambotti Geggeessamuuf Ture Waltajjiin Marii Maccaa fi Tuulamaa Maaliif Haqame?


Waltajjiin marii waa’ee injifannoo Waldaa Wal gargaarsaa fi Misoomaa Maccaa fi Tuulamaa Magaalaa Ambootti deemsifamuuf ture Sanbata duraa darbe haqamuun isaa himamee.

Qopheessaan marichaa Yunivarsiitiin Amboo hirmaattoota dhiifaman gaafadha jedhee jira. Aangawoonni bulchiisa magaalichaa maaliif akka waltajjiin marii kun haqame akka ibsu barbaadamee deebii hin kennine.

Biiroo Komiyunikeeshinii fi Koomishiniin Poolisii Oromiyaas gaafatamanii dhimmicha ilaalchisee odeeffannoo hin qabnu jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Kan Ambotti Geggeessamuuf Ture Waltajjiin Marii Maccaa fi Tuulamaa Maaliif Haqame?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:40 0:00


XS
SM
MD
LG