Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxala Waa'ee Mootummaa Itiyoophiyaa Haaraa Hundeeffamee 


Xiinxala Waa'ee Mootummaa Itiyoophiyaa Haaraa Hundeeffamee
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:08 0:00

Akka Lakkoobsa Itiyoophiyaatti Fulbaana 24, bara 2014 Paartiin Badhaadhinaa Filannoo biyyaaleessaa marsaa 6ffaa geggeessame irratti sagalee Mootummaa isa hundeessissuu argachuun Mana maree bakka bu’oota Uuummataan Mootummaa haaraa hundeessuun isaa ni yaadatama. Mootummaa haaraan hundaa’e kun guyyaa har’aa Ministiroota 22 mana mareef dhiyyeessuun raggaasisee jira.

Dhimma hundeeffama mootummaa kanarratti gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu Fininnee irraa, Obbo Yaasoo Kabbabaa miseensa Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaan hoogganamurraa, akkasumas Dr. Zelleqee Temesgeen Mana Maree Federeeshinii Itiyoophiyaatti gorsaa dhimma seeraa, Dirree Dimookiraasii har’aaf haasofsiisee jira. Caqasaa.

XS
SM
MD
LG