Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitii Ambootti Warshaan Oksijiinii Oomishu Hojii Eegale 


Hospitaalli Rifaraalaa Yunivarsiitii Amboo, Warshaa Oksiijinii oomishu hojii eegalchiisuu beeksise.

Hoji-Gaggeessaan Hospitaalichaa Doktor Gonfaa Mootii akka jedhanitti, Warshaan Oksiijinii kun guyyaatti, Oksiijinii Siliindara 600 ol oomishuu danda’a.

Jiraataan Magaalaa Amboo, dhibee Kooviid 19 irraa fayyan tokko, qilleensi qulqulluu hangam akka nama barbaachisu isa dhibamee fayyetu beeka” jedhan.

Yunivarsitii Ambootti Warshaan Oksijiinii Oomishu Hojii Eegale
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:46 0:00


XS
SM
MD
LG