Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitiileen Amboo fi Wallaggaa Barattoota Simachuu Yeroof  Ka Dhaaban Tahuu Beeksisan 


Yunvarsiitii Wallagaa, Naqqamtee (suuraa faayilii)
Yunvarsiitii Wallagaa, Naqqamtee (suuraa faayilii)

Yunivarsiitiileen Amboofi Wallaggaa haala yeroo ammaa biyyattii keessa jiru irraa kan ka’e barattootni isaanii silaa barana eebbifaman akka maatii isaanii bira yokaan bakkuma amma jiran turan waamicha dabarsan.

Sababaa Weerara Vaayirasii Koroonaan barattootni dhhaabbilee barnoota Olaanaa bara darbe barnoota isaanii addaan kutanii galan, hanga waamichi irra deebiin taasifamuufitti akka maatii isaanii bira turan, kanneen mooraalee Yunivarsiitii dhaqqaban immoo akka mooraalee sana keessa turan yaadachiisee jira

Yunivarsiitiiwwan Itoophiyaa keessa jiran hedduunis ergaa kana barattoota isaaniif dhaamaniii jiran.

Yunivarsitiileen Amboo fi Wallaggaa Barattoota Simachuu Yeroof  Ka Dhaaban Tahuu Beeksisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:54 0:00


XS
SM
MD
LG