Angawaan Ameerikaa Tibor Naj waa’ee Biyyoota Afriikaa Irratti  Ibsa Kennan

  • VOA

Ministrii haajaa alaa Yunaaytid Isteets keessatti dhimmootii Afrikaaf itti aanaa ministeeraa ta’uun haaraa kan muudaman Tibor Naj dhimmoota Afrikaa ilaalan irratti Raadiyoo sagalee Amerikaa waliin gaaffii fi deebii gaggeessanii jiru.

Keesumaa biyyoota gaanafa Afrikaa ilaalchisee ka dubbatan caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Angawaan Ameerikaa Tibor Naj waa’ee Biyyoota Afriikaa Irratti Ibsa Kennan