Godina Wallagga Bahaa Aanaa Eebantuutti Namootni Ajjeechaa Obboloota Lamaaniitti Shakkaman Qabaman

Oromia map

Godina Wallagga Bahaa Aanaa Eebantuutti namootni ajjeechaa obboloota lamaaniitti shakkaman qabamuu isaanii Qajeelchi Poolisii Godinichaa beeksisee jira.

Maatiin Obbolaan lameen ajjeesamanii garuu, "shakkamtootni hidhamanis, deemsi murtoo seeraa sisaa lafa harkifamaa jira” jedhu. Poolisiin ammoo gama isaan “qorannoo adeemsifamutu yeroo fudhate, obsaan nu eegaa" jedheera.

Naakoor Malkaa tu Naqamtee irraa gabaase. Guutummaa isaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Godina Wallagga Bahaa Aanaa Eebantuutti Namootni Ajjeechaa Obboloota Lamaaniitti Shakkaman Qabaman