Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattoni Godina Shawaa Bahaa Aanaalee Boosetii fi Fanittaallee Lafa Kenya Irraa Buqifamaa Jira Jedhan


Jiraattoni Godina Shawaa Bahaa aanaalee Boosetii fi Fanittaallee keessa jiraatan, Qonaan-bultooni Naannoo Amaara Aanaa Minjaar irraa dhufan lafa keenya irraa nu buqqisanii ofii irra qabataa jiru, jedhan.

Qaamni Mootummaa naannolee lamaanii, rakkon jiraachuu himanii, daangaan bulchiinsa adda bahuu dhabuun kanaaf sababa tokko jedhan.

Muktaar Jamaal tu gabaase.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:50 0:00

XS
SM
MD
LG