Marii Qopheessituu Tiyaatira “Godoo Xiiqii”- Artist Fiqir Amsaaluu Wajjin

Qopheessituu tiyaatira ykn waacila Afaan Oromoo dubartii ishee jalqabaa akka taate dubbatti. “Godoo Xiiqii” fi “Gumaa” tiyaatiroota jedhaman qopheessuun qofa osoon taane hirmaachuunis qooda fudhatteetti- Artist Fiqir Amsaaluu.

Waggaa 20’n har’aa tiyaatira “Gumaa” irratti kan hirmaatte Artist Abbabach Ajjamaallee tiyaatira baatii Eeblaa dhufuu eebbifamuuf jirurratti irra deebiin hirmaattee jirti.

Naakoor Malkaa Artistoota lameen haasofsiisuun waan qopheesse qaba. Guutummaa isaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Marii Qopheessituu Tiyaatira “Godoo Xiiqii”, Artist Fiqir Amsaaluu Wajjin