Kantiibaan Magaalaa Nagamtee Duraanii fi Hojjetoota Ka Biroo Dabalatee Namoota 26 Malaammaltummaatti Shakkaman Keessaa 20ni Qabaman

Faayilii - Magaala Naqamtee

Abbaa-Alangaa Waliigalaa Oromiyaatti, Dhaddachi Oromiyaa Lixaa, miseensotaa fi Kantiibaa magaalaa Naqamtee duraanii dabalatee, namoota 26 yakka malaammaltumaan shakkuun, kanneen keessaa 20 qabuu isaa beeksisee jira.

Kantiibaan magaalichaa duraanii fi namootni shakkaman biroo shan ka poolisiin barbaadamaa jiran ta’uu Qindeessaan Dhaddacha Lixaa Obbo Gaarmoosaa Dhugumaa dubbatanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Kantiibaan Magaalaa Nagamtee Duraanii fi Hojjetoota Ka Biroo Dabalatee Namoota 26 Malaammaltummaatti Shakkaman Keessaa 20ni Qabaman