Hoogganoonni Paartii Mormitootaa Sadii Benishaangul Gumuz Keessatti Hidhaman

Hoogganoonni Paartii Mormitootaa Sadii, Naannoo Benishaangul Gumuz, magaalaa Asoosaatti hidhamuu, Paartiiwwan Adda Diimokiraatawaa Uummata Benishaangulii fi Dhaabbata Dimookiraatawaa Booroo jedhaman beeksisan.

Hoogganaan Biiroo Ijaarsa Nagaafi Tasgabbii Naannoo Benishaangul Gumuz obbo Abarraa Baayyataa, 'hooggantoonni kunneen waan yakka hojjachuun shakkamaniif malee waan hoogganaa Paartii tahaniif hin hidhamne,' jedhan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Hoogganoonni Paartii Mormitootaa Sadii Benishaangul Gumuz Keessatti Hidhaman