Namoota Vaayrasii Koronaan Shakkaman Qoratamaa Jiru: Ogeessa Fayyaa

  • Jaallannee Gammadaa

Itiyoophiyaa keessatti namoonni ka biroon 4 vaayrasii Koronaan shakkamanii qorannaan irratti gaggeeffamaa kan jiru ta’u Institutii Fayyaa Hawaasummaa Itiyoophiyaa beeksisee jira.Ammaan dura namoota Itiyoophiyaa 4 kanneen yeroo jalqabaa vaayrasii Koronaan shakkaman qorannaa dhumaa Afrikaa Kibbaatti gaggefefameen vaayrasii Koronaa irra walaba ta’u isaanii mirkanaa’uu dhaabatichatti itti gaafatamaa seera fayyaa addunyaa kan ta’an Dr.Fayisaa Raggaasaa ibsani jiru.

Gama kaaniin namoota gara Chaayinaatti Imalanii deebi’an biyyi kam iyyu daangaa isaa itti cufuu hin qaban jechuun Jaarmayaan fayyaa addunyaa ykn (WHO)n gaafatee jira.

Jallanneetu haasofsiise

Your browser doesn’t support HTML5

Namoota Vaayrasii Koronaan Shakkaman Qoratamaa Jiru:Ogeessa Fayyaa