Haatii Utubaa Maatii Fi Biyyaa ti: Mata Duree Baatii Haadholii Baranaa

  • Jaallannee Gammadaa

Faayilii - Haadha daa'ima hammattee mana yaalatti dabaree eeggattu, Haloo, Oromiyaa

Itiyoophiyaa keessaatti “Guyyaan Fayyaa Haadholii” baatii Amajjii keessa kabajama. Oromiyaa keessattiis barana yeroo 14ffaaf kabajamuu isaa, Biroo Eeguumsa Fayyaa Oromiyaatti Daayreektarri Barnoota Fayyaa fi Komiyunikeeshinii, sister Sa’adaa Ahmed ibsanii jiru.

Matadureen ayyaaneffanaa baranaa maal ture jechuun ka Jaallanneen gaafatteef deebii kennuun jalqabu – Siister Sa’aadaan.

Your browser doesn’t support HTML5

Haatii Utubaa Maatii Fi Biyyaa ti: Mata Duree Baatii Haadholii Baranaa