Kooriyaan Kibbaa Chaayinaatti Aansuun Vaayresii Koronaan Biyya Akkaan Dhahamte Jedhame

  • Jaallannee Gammadaa

Sowul, Kooriyaa Kaabaa

Chaayinaatti aansee vaayresii Koronaan baay’inaan miidhamaa jirtu ka jirtu Kooriyaa kibbaa keessa kanneen jiran barattoonni Itiyoophiyaa, hawaasi Itiyoophiyaa fi Embasiin Itiyoophiyaa waliin ta’uu dhaan yeroo yerootti odeeffannoo kan wal jijjiiran ta’uu barattoonnii fi Embasiin Ibsaniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Kooriyaan Kibbaa Chaayinaatti Aansuun Vaayresii Koronaan Biyya Akkaan Dhahamte Jedhame