Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maallaqa Mootummaan Itiyoophiyaa Ramadeera Jedhame Nu hin Geenye:Barattoota Chaayinaa Keessaa


Mooraa Yunivarsiitii Wuhaan
Mooraa Yunivarsiitii Wuhaan

Barattoonni Itiyoophiyaa kanneen Chaayinaa magaalaa Wuhaan keessa jiran torban darbe mootummaa dhaan kan ramadame deggersi maallaqaa Doolaara Dhibba Lama nu hin geenye jechuun komee dhiyeessanii jiru.

Chaayinaa magaalaa Choon Chiin keessa kan jiru waajjira Qoonsiilaa Itiyoophiyaatti eeggataa itti aanaa jeneraala kan ta’an obbo Anteeneh Taarikuu deebii kennanii jiru.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Maallaqa Mootummaan Itiyoophiyaa Ramadeera Jedhame Nu hin Geenye:Barattoota Chaayinaa Keessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:35 0:00


XS
SM
MD
LG