Abbootiin Amantii Itiyoophiyaa Waa’ee Vaayiresiif Kadhannaa Waaqaa Barbaachisa, Jedhu

Ibsa Abbootiin Amantii Itiyoophiyaa Bitootessa 17, 2020

Vaayirasii Koronaa ilmaan namaa irra rakko guddaa geessisaa jiru akka Rabbi deebisuuf hunduu soma fi kadhataan akka namni hundinuu gara Waaqaatti fuula deebifatu Gumiin Abbotii Amantaa Itiyoophiyaa waamicha dhiheesan. Uummani waan qabuun akka wal gargaarus dhaamani jiru. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Abbootiin Amantii Itiyoophiyaa Waa’ee Vaayiresiif Kadhannaa Waaqaa Barbaachisa, Jedhu