Vaayiresiin Koronaa Addunyaa Irratti Sodaa Waan Uumeef Afriikaan Qoophaa’uu Qabdi: Waaltaa To’annoo fi Ittisa Dukkuboota Afriikaa

  • VOA

Mana qorichaa, Zaambiyaa

Vaayiresiin Koronaa biyyoota Afriikaa sadii akkaan miidhee jira. Garuu itti aanaan waaltaa ittisa dhukkubootaa fi to’annoo Afriikaa Dr. Ahimed Ogweel akka jedhanitti ardittii guutuun ittisa vaayiresichaaf hiree ofii qabu.

Vaayreesichi biyyoota addunyaa hedduu keessatti sodaaa uumee jira. Afriikaan immoo akka Awrooopaa fi Asiyaa keesatti lakkoobsa hedduu argaa jirru, caasaan eegumsa fayyaa kana to’achuuf rakkisaa waan itti ta’uuf of eeggannoo fi qophee gochuu qabna jechuu dhaan Dr. Ahimed Ogwell ibsaniiru.

Kanaaf,gorsaa fi tarsiimoo waaltaan kun mootummoonni akka isaan hordofan barbadu miidhaa vaayreesiin kun ardittiitti fiduu malu ittisuu fi xiqqeessuu irratti hojjechuu dha jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

Vaayiresiin Koronaa Addunyaa Irratti Sodaa Waan Uumeef Afriikaan Qoophaa’uu Qabdi: Waaltaa To’annoo fi Ittisa Dukkuboota Afriikaa