Qajeelfama Ittisa Koronaa Hojii Irra Oolchisuuf Jecha Humni Waraanaa  Bobbaafamuun Yaaddoo Uume

  • VOA

Tatamsa’ina vaayirasii Koronaa ittisuuf akka namoonni kophaatti of baasanii turan qajeelfamoota baafaman hojii irra oolchisuuf jecha, humna waraanaa itti bobbaasuun, biyyoota Afrikaa tokko tokko keessatti “gochaan kun walitti-bu’insa uumuu mala” yaaddoo uumee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Qajeelfama Ittisa Koronaa Hojii Irra Oolchisuuf Jecha Humni Waraanaa Bobbaafamuun Yaaddoo Uume