“Obboleessi Koo Miseensa ABO Waan Ta’eef Abbaa Fi Haadha Koo Ajjeesan”: Sintee Asshaagire

  • Tuujubee Horaa

Obbo Ashaagiree Gebeyyoo fi aadde Faantaanesh (Suuraa maatii irraa argame)

Obbo Ashaagreen qonnaan bulaa cimaa akka turan maatii fi kanneen isaan beekan kan dubbatan. Jimaata Waxabajjii 5 bara 2020 galgala mana isaanii keessaa gad waamamanii itti dhukaafamuun ajjeefaman.  

Kan Gambeela keessa jiraattu Intalli isaanii Sintee Ashagree waamamee yeroon mgaalaa muggii Ga’un du’u haatii fi abbaan koo du’aniiru jette.

Your browser doesn’t support HTML5

“Obboleessi Koo Miseensa ABO Waan Ta’eef Abbaa Fi Haadha Koo Ajjeesan”: Sintee Asshaagire

Obboleessi koo miseensa WABO waan ta’eef maatii koon fidaa jedhanii yeroo hedduu hidhaa fi reebichaan hiraarsaa turan waan ta’eef kan na duraa ajjeese raayyaa ittisa biyyaa fi poolisii addaa Oromiyaa ti jette Sinteen.

Itti aanaa itti gaafatamaan biiroo koominikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Daaud Muummee ajjeechaan kun qaama hidhateen raawwatamuun dhugaa dha jedhanii poolisiin nama ajjeese adda baasuuf qorannaa geggeessaa jira.

Akkuma beekameen uummataaf ibsina jedhan.