Dhimmi Filannoo Yunaaytid Isteets Kan Biyyatti Qofa Miti

  • VOA

Dorgommii prezidaantummaa Amerikaaf ta'aa jiru lammiwwan biyyatti hordofaa akkuuma jiran addunyaanis faana bu'aa jira.

Afrikaa keessatti Demokraasii qubsaa kan qabdu Afrikaa Kibbaa keessatti hayyonnii fi kanneen paartilee deggeran oduu filannoo Amerikaa kanatti fulleeffatanii jiran.

Sababiin isaas, Chikaagoos ta'e Keep Taawon keessa jiraattuus dhimmi filannoo Amerikaa kun akkaan barbaachiisaa dha jedhu.

Gabaasa Johaanesburg irraa ergamee caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhimmi Filannoo Yunaaytid Isteets Kan Biyyatti Qofa Miti