Namoonni Uffata Keelloon Mana-murtii Deemanii Hidhaman Hundi Hiikaman

Masarat Dhabaa Kennee

Namoota Dhaddacha Obbo Jawaar Mahaammadifaa irratti hirmaachuuf uffata Keello uffatanii deemani Polisiin Finffinee hidhe ture hundaayyu Manni murtii sadarkaa duraa kan Lidataa gadi lakkisee jira

Namoonni kuniin kan gadi dhiufaman wabiin akka ta'es odeeffanne jira. Namoota hidhaa sana turanii gadi dhifaman keessa takka kan taate Masarat Dhabaa Kennee, Muktaar Jamaal dubbisee jira. Haala itti qabaman ibsuun eegalti.

Your browser doesn’t support HTML5

Namoonni Uffata Keelloon Mana-murtii Deemanii Hidhaman Hundi Hiikaman