Prezdaant Baaydin Hoggantoota Gamtaa Afrikaatif Dhaamsa Dabarsan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Gamtaa Afrikaa wajjin mul'ata qaban tarkaanfachiisuu fi egeree wayyaawaa waliin uumuu irratti hojjachuuf ka cicha qabu tahuu mootummaan Ameerikaa Baaydin fi Haariisiin hoogganamu beeksisee jira.

Kanas prezidaat Baaydin hoogganoota walgahii Gamtaa Afrikaatti hirmaataniif dhaamsa dabarsaniin dubbatan.