Manni-murtii Ildiladdunyaa Ajajaa Riphixee-loltoota LRA Irratti Hidhaa Waggoota 25 Mure 

  • VOA

Manni-murtii yakka ilaalu ka sadarkaa Addunyaa – ICCn, kan loltuu ijoollee turee fi gara ajajummaa garee Riphee-loltootaa Yugaandaa, LRA yokaan “Lord Resistance Army” jedhamuutti guddate – Dominik Onguween irratti hidhaa waggoota 25 muree jira.

Adabbiin kun, kan abootiin alangaa yaada dhiheessanii ol taheyyuu, murtii hidhaa umurii guutuu kan abukaatooleen maatii miidhamtootaa gaafatanii gadi, jedhama.

Your browser doesn’t support HTML5

Manni-murtii Ildiladdunyaa Ajajaa Riphixee-loltoota LRA Irratti Hidhaa Waggoota 25 Mure