Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoon Somaalee Warshaa Oksijiinii Oomishu Hundeesse 


Mootummaan naannoo Somaalee warshaa oomisha Oxygen qabeenyaa qarshii miliyoona 30 ykn $710 baasuu roobii kaleessaa eebbisiise.

Warshaan kun guyaatti oxygen siliinderee 200 oomishuu kan danda’u yoo ta’u, kunis kan naannoon sun barbaatti siliindera 80-120 ol ta’uu itti gaafatamaan waajjira eegumsa fayyaa naannoo sanaa Dr. Yooseef Mohaammd VOAf ibsaniiru.

Naannichi dhiyeessii oxygen Finfinnee dhaa argataa ture. warshaa kanas prezidaantii naannoo Somaaleetu eebisuun bananiiru jedha Addis Chekol.

XS
SM
MD
LG