Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkubni Onnee Dhukuba Huba Qoonqoorraa Maddu Daa’immaniif Yaaddessaa Dha, Jedhame  


Dhukkubni Onnee Dhukuba Huba Qoonqoorraa Maddu Daa’immaniif Yaaddessaa Dha, Jedhame  
Dhukkubni Onnee Dhukuba Huba Qoonqoorraa Maddu Daa’immaniif Yaaddessaa Dha, Jedhame  

Dhibee onnee kan madaa’uu Huuba qoonqoon dhufuu malu kan afaan ingiliziin ‘’Rheumatic Heart Disease” jedhamee waamamu irratti ispeeshaalistii dhibee onnee Hospitaala Xiqur Ambassaafi barsiisaa wal’aansa fayyaa, Yunivarsitii Finfinnee Doktor Dajumaa Yaadataa Naakor Malkaa haasofsiisee jira.

Dhibeen kun baay’inaan daa’imman kan miidhu tahuu dubbatanii jiru, Doktor Dajumaan.

Daa’imman yeroo hubi qoonqoo isaanii dhukkubu akka gara dhibee onnee kanatti hin jijjiiramneef, maatiin dafanii mana yaalaa geessuun yaalchisuu qaban, jedhu.

Guutummaa gaaffii fi deebii kanaa caqasaa.

Dhukkubni Onnee Dhukuba Huba Qoonqoorraa Maddu Daa’immaniif Yaaddessaa Dha, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:01 0:00


XS
SM
MD
LG