Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoopiyaan Dhaabotii Lama Garee Shororkeessa Gochuun Moggaaste


Paarlaamaan Itiyoopiyaa garee lama tokko adda bilisummaa uummata Tigraay TPLF tokko immoo garee riphe lolaa kan mootummaan “Shanee” jechuun waamu dhaaba shororkeessotaa jechuun moggaase. Wixneen sun mana maree mana maree ministeerotaan gara mana maree bakka bu’ootaatti ergamee jira.

Jalqaba waggaa kanaa paarlamaan qaamni hojii raawwachiisu kan ol aanaa dhaabolii lamaan shororkeessota gochuun akka moggaasu wixine gaafatu ergee jira. manni maree bakka bu’ootaas sagalee irra jireessaa fi kan sagalee hin kenniin tokkoon seer asana raggaasise jedha Yonatan Zebdwas Hawaasaa irraa.

Yaadawwan Ilaali (8)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG