Horro-Guduruu fi Shawaa Lixaa Keessatti Riphxee-loltootarratti Tarkaanfii Fudhachuu Dubbata, Mootummaan Federaalaa   

  • VOA

Deetaa Ministiraa Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Federaalaa Obbo Kabbada Deessisaa

Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Federaalaa, “Godina Horroo Guduruu Wallaggaa fi Shawaa Lixaa keessatti mootummaan hidhattoota Shanee hedduurratti tarkaanfii fudhate,” jechuun beeksise.

Deetaan Ministiraa Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Federaalaa Obbo Kabbada Deessisaa, “Tarkaanfiin kun torban lama keessatti ka fudhatame yoo tahu tarkaanfichaan kanneen ajjeesamaniifi booji’aman ni jairan,” jedhan.

Gareen “Waraana Bilisummaa Oromoo” ofiin jedhuufi Mootummaan Itoophiyaa ammoo, “Shanee” jechuun shororkeessummaatti farraje, himannaalee gama mootummaa tii dhihaataa ture irra-deddeebiin kan haala ture tahuun ni yaadatama.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Horro-Guduruu fi Shawaa Lixaa Keessatti Riphxee-loltootarratti Tarkaanfii Fudhachuu Dubbata, Mootummaan Federaalaa