Aadde Aziizaa Abdii Du’an Boqotan

Aadde Aziizaa Abdii

Miseensa Koree hojii raawwachiiftuu Dhaabbata Dimokratawaa Ummata Oromoo fi hogganntuu Waajiira Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Oromiyaa kan ta’an Aadde Aziizaa Abdii du’aan boqochuun beekamee jira.

Aadde Aziizaan yeroo hooggansa irra turan hundumaati uummata isanii haqaa fi itti gaafatamummaan tajaajilaa turan jedha ibsii DHDUOn baase.

Boqochuu Aadde Aziizaa Abdiitiin gaddi cimaan akka itti dhagahame kan ibsee Dhaaduoon/ jaalleewwan qabsoo isaanii, maatii, fi firoottan isaaniitiif jajjabina hawwina jechuun Wajjiirri Giddu Galeessaa DHDUO Ibse jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Aadde Aziizaa Abdii Du’an Boqotan