Aanaa Addaa Amaaroo Keessatti Namoonni 9 Hidhttoota ‘ABO Shanee’ Ittiin Jedhuun Ajjeesamuu Dubbata Koomishiniin Poolisii Oromiyaa  

Qaamni Hidhannoon socho'uu ka motummaan "ABO Shanee" jedhee waamu fi isaan ‘Waraana Bilisummaa Oromoo’ ofiin jedhan Naannoo Oromiyaa Godina Gujii Lixaa fi Naannoo Ummattoota Kibbaa Aanaa addaa Amaarrotti qaamolee mootummaa fi hawaasa irratti haleellaa geggeesse, jechuun Komishiniin Polisii Oromiyaa beeksisee jira.

Poolisiin Oromiyaa akka jedhetti haleella kanaan namoonni 9 tu ajjeesame.

Your browser doesn’t support HTML5

Aanaa Addaa Amaaroo Keessatti Namoonni 9 Hidhttoota ‘ABO Shanee’ Ittiin Jedhuun Ajjeesamuu Dubbata Koomishiniin Poolisii