Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ugaandaan Talaalii Koviid-19 Bor Kennuu Jalqabdi


Ugaandaan haga ammaatti talaalii dhukkuba Koviid-19 ittisu 900,064 kan argattee yoo ta'u duula talaalii kana kennuuRobii borii kennuu kan jalqabdi. kunis talaalii kuma dhibba tokko dabalataan eega argattee guyyaa kama booda ta'u isaa ti.

Ministeerri Fayyaa kan Ugaandaa akka jedhutti hojjattonni eegumsa fayyaa warra jalqaba talaalii kana

argatan ta'u fi barsiisonnii fi kanneen vaayrasii kanaaf saaxilamoo ta'an itti fufuu jedha.

Talalaalii kan argachuu jechuun faca'iina dhukkubichaa ittisuuf of-eeggannoo hojii irra olaa jiru dhiisuu miti jechuun ministriin kun hubachisee jira.

XS
SM
MD
LG