Xurree ittiin seenan

Breaking News

Da’umsaa fi Qormaata Wal-faana Dhufe


Da’umsaa fi Qormaata Wal-faana Dhufe
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:04 0:00

Barattuu Galaanee Mullataa jedhamti. Osuma Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa fudhachuuf qophaa’aa jirtuu, dheengadda jechuunis ALItti, Gurraandhala 26, 2013 halkan mucaa durbaa nagaan da’uu ishee dubbatti.

Yeroo ammaa Godina Shawaa Lixaa, Buufata Fayyaa Gudar keessatti qormaata ishee fudhachuurratti argamti. “Osoon barnoota koo irraa addan bahin, nagaan dhala argachuu kootti Hedduu gammadeera” jetteetti, Galaaneen.

XS
SM
MD
LG