Aangawoonni Mootummaa Ol’aanoon 184 Akka Hidhaman Itti Murtaa’e

Finfinnee naanoo Adabaabaayii Masqalaa (Suuraa faayilii)

Koomishiiniin Naamusaa fi Farraa Malaammaltummaa Federaalaa Itiyoophiyaa angawoonni mootummaa ol’aanoon 184 kanneen yaroodhaan qabeenya isaanii hin galmeessin hafan akka hidhaman murteessuu isaa beeksise.

Angawoonni kunniin qabeenya isaanii yaroon akka galmeessisan irra deddeebiin itti himamus raawwachuu hin barbaadne, jedha - Koomishinichi.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Aangawoonni Mootummaa Ol’aanoon 184 Akka Hidhaman Itti Murtaa’e