Ajaja ABOtiin Ala Warri Waraana Fakkaatanii Sosso’uu Dhaan Uummata Joonjessan Adaba Bitachuu Qabu: Mootummaa Naannoo Oromiyaa

(Suuraa Faayilii)

Pirezdaantii bulchiinsa mootummaa naannoo Oromomiyaa Obboo Lammaa Magarsaa fi ministrii dhimma alaa Itioophiyaa Dr. Warqinaa Gabayyoon jilli durfamu jaarmayaa ABO Obboo Daawud Ibsaatiin hoogganamu wajjin Asmaraatti walii galtee nagaa mallatteessuun ni yaadatama.

Erga sanaa qabee waraanni qaama Adda Bilisummaa Oromooti ofiin jedhu magaalaalee Oromiyaa hedduu keessatti mul’ataa jiraachuu pirezdaant Lammaa Magarsaa ibsa miidiyaa biyya keessaatii kennan irratti dubatanii jiru.

Dhimma kana laalchisee gabaasaan keenya Muktaar Jamaal dubbi himaa mootummaa naannoo Oromiyaa Dr. Nagarii Leencoo wajjin gaafii fi deebii godhe caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ajaja ABOtiin Ala Warri Waraana Fakkaatanii Sosso’uu Dhaan Uummata Joonjessan Adaba Bitachuu Qabu: Mootummaa Naannoo Oromiyaa

Your browser doesn’t support HTML5

Gaafii fi Deebii Dubbi Hima ABO Wajjin Kutaa 1ffaa

Your browser doesn’t support HTML5

Gaafii fi Deebii Dubbi Hima ABO Wajjin: Kutaa 2ffaa