Ajjechaa Shaashamannee fi Haala Oromiyaa Keessaa Kan Ilaaleen Ibsi Kennamee Jira

Itti gaafatamaa waajjira kominikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa Dr. Nagarii Leencoo

Yakkaa ajeechaa sukaneessaa shaashamanee keessatti dhaqqabe waliin haala hidhata qabuun polisiin shakamtoota afur tohannaa jala oolchee qorata akka jiru hogganaan Biroo Komunikeeshinii Oromomiyaa Dr. Nagarii Leencoo Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran.

Komishiniin polisii oromiyaas wabii nageenya lammiwwanii mirkaneesuuf ciminaan kan hojjatu ta'uu beeksisee jira jedha oduu gabaasaan kenya Muktaar Jamal. Dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ajjechaa Shaashamannee fi Haala Oromiyaa Keessaa Kan Ilaaleen Ibsi Kennamee Jira