Akkaadaamiin Afaan Oromoo Akka Hundeessamu Gaafatamaa Jira 

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Akkaadaamii Afaan Oromoo akka hundeessu ka gaafataa jiru tahuu Koreen Akkaadaamii Afaan Oromoo beeksise.

Barreessaan korichaa Piroofeesarri gargaaraan Fedhasaa Taaddasaa, "Gaaffii kanaaf qaamni mootummaa hanga yoonaa deebii nuuf kenne hin qabu" jedhan.

Hogganaan Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Obbo Kabbadaa Deessisaa immoo Akkaadaamii Afaaan Oromoo hundeessuun barbaachisaadha erga jedhan booda, haala irratti hundaa'urratti marii fi qorannoo akka barbaadu dubbatan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Akkaadaamiin Afaan Oromoo Akka Hundeessamu Gaafatamaa Jira