Deemsii mana murtii Keessaa Seeraa fi Heera Biyyatti Waliin Wal Quba Qabaa? Kutaa 2ffaa

  • Jaallannee Gammadaa

Deemsii mana murtii Keessaa Seeraa fi Heera Biyyatti Waliin Wal Quba Qabaa? Kutaa 2ffaa

Yakka ilaalcha manneen murtii keessatti gaggeeffaman hedduun isaanii sababaa adda addaan kan ka'e lafa irra harkifachuun hamilee fi jireenya hidhamtootaa fi maatiiwwan isaanii irratti dhiibbaa akka qabaatu abuukaatonni ni dubbatu. Bellama dhaddachaa lafa irra harkisuuf sababaa abbaa alangaan kennaman keessaa raga-baatoota dhiyeessuun hin danda'amnee, ragaan sagalee waraabame barreeffamaan hin dhiyaannee akkasumas manni murtii hojin muddamee jira kanneen jedhan hanga tokko.

Abukaatoon hidhamtoota argee mari'achuu dhorkamuun rakko biraa bellama mana murtii lafa irra akka harkifamu keessaa ta'uun beekamaa dha. Yeroo itti manni murtii nama hidhame irratti ragaa dhabee bilisa godhu jiraatu iyyu poolisoonni garu hin gadhiisan.

Kana malees mana murtii duratti yeroo jalqabaaf ituu hin dhiyaatiin hidhaa keessa baatii heddu ka'aman. Kana hundumaa ija seera ba'ee jiruun yeroo ilaalamuu maal fakkaata?

Kana cuqaasuun kutaa lammataa dhaggeefadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Deemsii mana murtii Keessaa Seeraa fi Heera Biyyatti Waliin Wal Quba Qabaa? Kutaa 2ffaa

Kutaa 1ffaa: Deemsa mana murtii fi seeraa fi Heerri biyyatti quba wal qabaa?

Your browser doesn’t support HTML5

Deemsii mana murtii  Keessaa Seeraa fi Heera Biyyatti Waliin Wal Quba Qabaa? Kutaa 1 ffaa