Gabaastuun VOA Magaalaalee Tigiraay Keessatti Gidduu Kana Maal Maal Argite? 

  • VOA

Mucaa hoopsitaala Maqalee keessatti yaallamaa jiru, Waxabajjii 4, 2021. Ijoollee fi dargaggoonni namoota walitti bu’iinsa Tigraay keessatiin miidhaan harkaa fi miila dhabuu irra gahe keessayi (VOA/Yaan Boochet)

Gabaastuun VOA Heezer Mardook gidduu kanaa hojiidhaaf naannoo Tigiraay keessa jirtii.

Maqaleedhaa jalqabdee magaalaalee akka Hidaagaa-hamuus, Hawuzenii fi Adigaraat dawattee jirti. Waan argitee fi dhageesse odeeffannee jirra. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaastuun VOA Magaalaalee Tigiraay Keessatti Gidduu Kana Maal Maal Argite?