Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Kunuunsuu Keessatti Gahee Uummata Ganamaa


Roobaa Bulgaa. Roobaan "Beekumsa uummata ganamaa fi saayinsii wal-simsiisuun kunuunsa naannoo milkeessuu keessatti gahee guddaa qabaata," jedha. Qophii guutuu gabaasa sagalee daka jiru irraa caqasaa.
Roobaa Bulgaa. Roobaan "Beekumsa uummata ganamaa fi saayinsii wal-simsiisuun kunuunsa naannoo milkeessuu keessatti gahee guddaa qabaata," jedha. Qophii guutuu gabaasa sagalee daka jiru irraa caqasaa.

Guyyaan Kunuunsi Uummamaa Naannoo, Afaan Ingiliziitin ‘World Environment Day’ jedhamu akka Addunyaatti boru, Waxabajii 5 kabjamee oola. Mootummoota Gamtoomanitti Sagantaan Kunuunsa Uummama Naannoo(UNEP) -in, mata duree “oggoota kudhanan dhufaniif haala naannoo deebisanii fooyyeessuu,” jedhu jalatti qophiiwwan hubannoo uumuu guyyoota lamaaf turan harra jalqabeera.

Kunuunsi naannoo maali? San gochuu keessatti gaheen beekumsa Uummata Ganamaa akkasumas Saayinsii maali?

Kanaa irratti ogeessa dhimmoota kana yeroo dheeraaf qoratee fi barate, Roobaa Bulgaa ,wajjin marii goone. Dhihaadhaa.

Naannoo Kunuunsuu Keessatti Gahee Uummata Ganamaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:19 0:00


XS
SM
MD
LG