Xurree ittiin seenan

Breaking News

Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaatti Biroon Qorannaa Yakkaa Qorannaa DNA Ka Jalqabu Tahuun Himame 


Faayilii - Poolisii karaa cehaa jiru, Finfinnee, Sadaasa 15, 2018

Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa, Biiroon dhimma qorannaa yakkaa biyyattii qorannaa DNA ka jalqabuuf jiru tahuu beeksise. Qabinsa shakkamtootaa irratti sarbinsi mirga namoomaa akka hin raaw’atamne, eega waggaa sadi’ii as fooyyeffamni adda addaa taasisamuu ka dubbatan, Koomishinarri Muummeen Koomishinii Poolisii Federaalaa, Demmellaash Gebre-Mikaa’el, waajirichi dhimma qorannaa yakkaa hojimaata eegumsa mirgawwan namoomaa guutummaa biyyattii keessatti hojii irraa oolchuuf hojjetaa jiran – jedhan.

Waajirichi qorannaa teknooloojiin deggerame ka geggeessaa jiru tahuus dubbatan.

Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaatti Biroon Qorannaa Yakkaa Qorannaa DNA Ka Jalqabu Tahuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00


Yaadawwan Ilaali (8)

XS
SM
MD
LG