Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Keessatti Haleellaa Humni Addaa Somaalee Geggeessen Namoonni 35 Du'an

Harargee bahaa, lafa daangaa naannoo somaalee irra jiru - aanaa Mayyuu, bakka addaa Roggee jedhamutti haleellaa humni addaa Somaalee geggeesseen namooni 35 ol du'An, jedhu – jiraattoonni.

Bulchiinsa: Harargee Bahaatti Kamisa Darbe Qofa Namoota 20 Olitu Ajjeefame

Haleellaan kun humna ittisaa eegumsaaf bobba’e bira dabree akka irratti geggeessames dubbatu. Humni Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa immoo, gam-lameenuu akka komee akkanaa wal irratti dhiheessaaa jiran dubbata.

Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Keessatti Haleellaa Humni Addaa Somaalee Geggeessen Namoonni 35 Du'an