Namoota Himanni Wal Fakkaataan Irratti Dhihaate Kaan Gadhiisanii kaan Hambisuun Hiikaa Hin Qabu: Abukaatoo

  • Jaallannee Gammadaa

Abukaatoo Wandimmuu Ibsaa

Hidhamtoonni 650 Dhiifamaan Hidhaa Ba’a Jiru:Abba Alangaa Mummicha

Bordiin dhiifamaa kan abbaa alangaa mummichaa Adooleessa 28 bara 2010 murtii dabarseen yaadii kun prezidaant Dr. Mulaatu Tashomaaf eega dhiyaatee mallatteessanii booda Kibxata darbee kaasee hidhamtoonni akka hiikaman ta’a jira jedha.

Kanneen gadiifaman kunis mana hidhaa Dirree Dawaa Qaalitti Baatuu fi Qilinxoo irraa ta’u kan ibsame yoo ta’u kanneen ulaagaa dhiifamaa ba’e kanneen guutan akka ta’an ibsamee jira.

Abukaatoo Wandimmuu Ibsaa Wajjiin gaaffii fi deebii gaggeffame caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Namoota Himanni Wal Fakkaataan Irratti Dhihaate Kaan Gadhiisanii kaan Hambisuun Hiikaa Hin Qabu: Abukaatoo