Keeniyaan Manneetiin Dhugaatii ‘Farsoo’ Akka Hin Gurgurre Uggurte

Kaleessa nama 900 ol harra nama dhibba afurii oltu Keeniyaatti Kooronaan qabame, jidduu kana erga ji’a darbe Pirezdent Keeniyaattaan labsiiwwan Kooronaa to’achuuf Keeniyaa keessatti labsamanii turan sirreessanii Dhukkubi kun baballa’ataa waan dhufeef harra murtee haarawa dabarsanii jiran keeniyaattaan.

Kanaanis manneetii dhugaatii gurguranitti farsoon akka hin gurguramne ajajanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Keeniyaan Manneetiin Dhugaatii ‘Farsoo’ Akka Hin Gurgurre Uggurte